Koreen Giddugaleessa TPLF Dr Dabratsiyoon G/Mikaa'eelin durfamu, Pirezidaantii bulchiinsa yeroo Tigraay Obbo Geetachoo Raddaa dabalatee qondaalota olaanoo 16 hojii siyaasaa paartichaarraa dhorkuu ...
Daandii dheeraa konkolaataadhaan yoo imaltan ol ol isin jedhee ykn miirrii dhukkubbii foolii boba'aa isin jibbisiisee beekaa? Yoo akkas ta'e kun rakkoo keessan qofaa miti. Namoota tokko tokkoof ...